Ogummaa: Manaajara (Bulchiinsa Damee Adaamaa)
ምንጩ መጨረሻ የታየበት ቀን · 2026-11-24
ሥራ ለማግኘት ገንዘብ አይክፈሉ።
በአቅራቢያ ያሉ ተመሳሳይ
🧰 Ogummaa: Manaajara (Bulchiinsa Damee Adaamaa) 🏭 Maqaa Dhaabbataa: Geejjibaa Dijitaalaa Taaksii Kenyuma 🕔 Guyyaa xummura: 22-03-2019 📍 Teessoo: Dada Mall, Daree 3ffaa (gamoo Tsige na Shiro) 🚻 Saala: Lamaanuu 🔢 Baay'ina: 1 🥇 Muuxannoo: Waggaa 2 📱 0946633885 | esogmkting@gmail.com # Barnoota: Digirii jalqabaa Bulchiinsa Bizinesii, Gabaa, Teeknooloojii Odeeffannoo (IT), ykn damee kanaan walqabatu. # Afaan: Afaan Oromoo gahumsaan dubbachuu, dubbisuu, barreessuu danda'uu qaba (dirqama); akkasumas dandeettii afaan Amaaraa fi Ingiliffaa barbaada. # Iyyattoonni Dada Mall, 3rd Floor (gamoo Tsige na Shiro) keessatti qaamaan iyyachuu ni danda'u, ragaa barnootaa fi muuxannoo hojii isaanii fidanii, ykn karaa email dhiyeessuu ni danda'u.
ዋናው ማስታወቂያና ፎቶዎቹ፣ ከቴሌግራም
የተለጠፈው
ከይፋዊ የቴሌግራም ቻናል · ባለቤቱ አልለጠፈውም · ፒኑ አካባቢውን ብቻ ያሳያል · የእርስዎ ነው? ይረከቡት · እገዛ
ሥራ · ሪል እስቴት · መኪና · ኤሌክትሮኒክስ · የቤት እቃ · አገልግሎት