Guyyaa xummura: 22-03-2019
ምንጩ መጨረሻ የታየበት ቀን · 2026-11-27
ሥራ ለማግኘት ገንዘብ አይክፈሉ።
በአቅራቢያ ያሉ ተመሳሳይ
💫 Giddugala Addaa Fayyaa Haadholii fi Daa’immanii Nuri Enat: Gosoota hojii armaan gaditti tarreeffamaniif adeemsa filannoo dorgommiitiin hojjettoota qacaruuf barbaaduu. 🕔 Guyyaa xummura: 22-03-2019 📍 Teessoo: Adaamaa, Kebele 04 (Dedecha Arara), daandii gara Mana Barumsaa Gorootti geessu irraa meetira 50 fagaatee argama. 📱 0988494949 / 0902555556 / 0988595959 # Gosoota hojii hundaaf qaamaan iyyachuu. 1) Ogeessa IT 🚻 Saala: Lamaanuu 🔢 Baay’ina: 3 🥇 Muuxannoo: Waggaa 1 # Ulaagaa Barnootaa: BSc in ICT. 2) Ogeessa Faarmaasii 🚻 Saala: Lamaanuu 🔢 Baay’ina: 3 🥇 Muuxannoo: Waggaa 2 # Ulaagaa Barnootaa: BSc in Pharmacy. # Hayyama ogummaa seera qabeessa ta'e qabaachuu qaba. # Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa irratti dandeettii qabaachuu qaba. 3) Eegduu Kuusaa (To’ataa Qabeenyaa) . 🚻 Saala: Lamaanuu 🔢 Baay’ina: 2 🥇 Muuxannoo: Barbaachisa
ዋናው ማስታወቂያና ፎቶዎቹ፣ ከቴሌግራም
የተለጠፈው
ከይፋዊ የቴሌግራም ቻናል · ባለቤቱ አልለጠፈውም · ፒኑ አካባቢውን ብቻ ያሳያል · የእርስዎ ነው? ይረከቡት · እገዛ
ሥራ · ሪል እስቴት · መኪና · ኤሌክትሮኒክስ · የቤት እቃ · አገልግሎት