Ogummaa: Manaajara (Bulchiinsa Damee Adaamaa)
Source last seen Β· 2026-11-24
Never pay to get a job.
More like this nearby
π§° Ogummaa: Manaajara (Bulchiinsa Damee Adaamaa) π Maqaa Dhaabbataa: Geejjibaa Dijitaalaa Taaksii Kenyuma π Guyyaa xummura: 22-03-2019 π Teessoo: Dada Mall, Daree 3ffaa (gamoo Tsige na Shiro) π» Saala: Lamaanuu π’ Baay'ina: 1 π₯ Muuxannoo: Waggaa 2 π± 0946633885 | esogmkting@gmail.com # Barnoota: Digirii jalqabaa Bulchiinsa Bizinesii, Gabaa, Teeknooloojii Odeeffannoo (IT), ykn damee kanaan walqabatu. # Afaan: Afaan Oromoo gahumsaan dubbachuu, dubbisuu, barreessuu danda'uu qaba (dirqama); akkasumas dandeettii afaan Amaaraa fi Ingiliffaa barbaada. # Iyyattoonni Dada Mall, 3rd Floor (gamoo Tsige na Shiro) keessatti qaamaan iyyachuu ni danda'u, ragaa barnootaa fi muuxannoo hojii isaanii fidanii, ykn karaa email dhiyeessuu ni danda'u.
The original post with its photos, from Telegram
Posted
From a public Telegram channel Β· not posted by the owner Β· Pin shows the area only Β· Yours? Claim it Β· Help
Jobs Β· Real estate Β· Cars Β· Electronics Β· Furniture Β· Services