Guyyaa xummura: 12-03-2019
Never pay to get a job.
π« Hoteela WL Express: Gosoota hojii armaan gaditti tarreeffamaniif adeemsa filannoo dorgommiitiin hojjettoota qacaruuf barbaaduu. π Guyyaa xummura: 12-03-2019 π Teessoo: Adaamaa, daandii asfaaltii gara warshaa daakuu (Duqetti) geessu irratti, mana barumsaa Dejene Seme faallaa. π± 0222112901 1) Eegduu Nageenyaa π» Saala: Dhiira π’ Baay'ina 4 π₯ Muuxannoo: Waggaa 1 2) Qulqulleessituu π» Saala: Dubara π’ Baay'ina: 4 π₯ Muuxannoo: Waggaa 0 3) Nyaata bilcheessu π» Saala: Dubara π’ Baay'ina: 3 π₯ Muuxannoo: Waggaa 1 # Seenaa Barnootaa: Leenjii Hoteelaa fi Tuurizimii qabaachuu qaba.
Loading the original postβ¦
Posted
From a public Telegram channel Β· not posted by the owner Β· Pin shows the area only Β· Yours? Claim it Β· Help
Jobs Β· Real estate Β· Cars Β· Electronics Β· Furniture Β· Services