Guyyaa xummura: 12-03-2019
ሥራ ለማግኘት ገንዘብ አይክፈሉ።
💫 Hoteela WL Express: Gosoota hojii armaan gaditti tarreeffamaniif adeemsa filannoo dorgommiitiin hojjettoota qacaruuf barbaaduu. 🕔 Guyyaa xummura: 12-03-2019 📍 Teessoo: Adaamaa, daandii asfaaltii gara warshaa daakuu (Duqetti) geessu irratti, mana barumsaa Dejene Seme faallaa. 📱 0222112901 1) Eegduu Nageenyaa 🚻 Saala: Dhiira 🔢 Baay'ina 4 🥇 Muuxannoo: Waggaa 1 2) Qulqulleessituu 🚻 Saala: Dubara 🔢 Baay'ina: 4 🥇 Muuxannoo: Waggaa 0 3) Nyaata bilcheessu 🚻 Saala: Dubara 🔢 Baay'ina: 3 🥇 Muuxannoo: Waggaa 1 # Seenaa Barnootaa: Leenjii Hoteelaa fi Tuurizimii qabaachuu qaba.
ዋናው ማስታወቂያ እየተጫነ ነው…
የተለጠፈው
ከይፋዊ የቴሌግራም ቻናል · ባለቤቱ አልለጠፈውም · ፒኑ አካባቢውን ብቻ ያሳያል · የእርስዎ ነው? ይረከቡት · እገዛ
ሥራ · ሪል እስቴት · መኪና · ኤሌክትሮኒክስ · የቤት እቃ · አገልግሎት