π§° Ogummaa: Pool Table Attendant / Cashier
π Maqaa Dhaabbataa: Game Zone
π Guyyaa xummura: 21/03/2019
π Teessoo: Boku Mikael, naannoo Posta fi Kidane Mihret
π» Saala: Dubara
π’ Baayβina: 6
π₯ Muuxannoo: Barbaachisa
π± 0998131419 / 01966858427
π° Mindaa: 7,000 + 50 geejjibaaf
# Guyyaa 2 keessatti hojii eegaluu danda'uu qaba.
# Sa'aatii hojii: 2:30 (ganama) hanga 2:00 (galgala/halkan).
# Torbanitti guyyaa 1 boqonnaa.
# Wabii kennuu danda'uu qaba.
# Iddoo hojii qaamaan daawwachuun dirqama.
The original post with its photos, from Telegram
From a public Telegram channel Β· not posted by the owner Β· Pin shows the area only Β· Yours? Claim it Β· Help