Ogummaa: Pool Table Attendant / Cashier
ማስታወቂያውን በTelegram ይክፈቱ
ምንጩ መጨረሻ የታየበት ቀን · 2026-11-25
ሥራ ለማግኘት ገንዘብ አይክፈሉ።
አዳማ
🧰 Ogummaa: Pool Table Attendant / Cashier
🏭 Maqaa Dhaabbataa: Game Zone
🕔 Guyyaa xummura: 21/03/2019
📍 Teessoo: Boku Mikael, naannoo Posta fi Kidane Mihret
🚻 Saala: Dubara
🔢 Baay’ina: 6
🥇 Muuxannoo: Barbaachisa
📱 0998131419 / 01966858427
💰 Mindaa: 7,000 + 50 geejjibaaf
# Guyyaa 2 keessatti hojii eegaluu danda'uu qaba.
# Sa'aatii hojii: 2:30 (ganama) hanga 2:00 (galgala/halkan).
# Torbanitti guyyaa 1 boqonnaa.
# Wabii kennuu danda'uu qaba.
# Iddoo hojii qaamaan daawwachuun dirqama.
የተለጠፈው
ከይፋዊ የቴሌግራም ቻናል · ባለቤቱ አልለጠፈውም · ፒኑ አካባቢውን ብቻ ያሳያል · የእርስዎ ነው? ይረከቡት · እገዛ
አዳዲስ ማስታወቂያዎችን በቴሌግራም ይከተሉ →በካርታው ላይ የት እንዳለሠራተኛ ይፈልጋሉ? ሥራ በነጻ ይለጥፉ