🧰 Ogummaa: Hogganaa Gabaa
🏭 Maqaa Dhaabbataa: Hoteela Dire International
🕔 Guyyaa xummura: 23-03-2019
📍 Teessoo: Hoteela Dire International, Kutaa Bulchiinsa
🚻 Saala: Lamaanuu
🔢 Baay'ina: 1
🥇 Muuxannoo: Waggaa 2
📱 0221119252 / 0221100381
# Ulaagaa Barnootaa: BA digirii Manaajimantii Gabaa ykn Manaajimantii Hoteelaa fi Tuurizimii.
# Dubbisuu fi barreessuu kompiitaraa bu'uuraa.
# Bakka Galmee: Hoteela Dire International, Kutaa Bulchiinsa. Iyyattoonni yeroo iyyatan orijinaala fi kooppii ragaa barnootaa isaanii fiduu qabu. (Sa’aatii galmee: 3:00 – 10:00)
The original post with its photos, from Telegram
From a public Telegram channel · not posted by the owner · Pin shows the area only · Yours? Claim it · Help