Ogummaa: Hogganaa Gabaa
ምንጩ መጨረሻ የታየበት ቀን · 2026-11-26
ሥራ ለማግኘት ገንዘብ አይክፈሉ።
በአቅራቢያ ያሉ ተመሳሳይ
🧰 Ogummaa: Hogganaa Gabaa 🏭 Maqaa Dhaabbataa: Hoteela Dire International 🕔 Guyyaa xummura: 23-03-2019 📍 Teessoo: Hoteela Dire International, Kutaa Bulchiinsa 🚻 Saala: Lamaanuu 🔢 Baay'ina: 1 🥇 Muuxannoo: Waggaa 2 📱 0221119252 / 0221100381 # Ulaagaa Barnootaa: BA digirii Manaajimantii Gabaa ykn Manaajimantii Hoteelaa fi Tuurizimii. # Dubbisuu fi barreessuu kompiitaraa bu'uuraa. # Bakka Galmee: Hoteela Dire International, Kutaa Bulchiinsa. Iyyattoonni yeroo iyyatan orijinaala fi kooppii ragaa barnootaa isaanii fiduu qabu. (Sa’aatii galmee: 3:00 – 10:00)
ዋናው ማስታወቂያና ፎቶዎቹ፣ ከቴሌግራም
የተለጠፈው
ከይፋዊ የቴሌግራም ቻናል · ባለቤቱ አልለጠፈውም · ፒኑ አካባቢውን ብቻ ያሳያል · የእርስዎ ነው? ይረከቡት · እገዛ
ሥራ · ሪል እስቴት · መኪና · ኤሌክትሮኒክስ · የቤት እቃ · አገልግሎት