Koket Bakery: Hojjettoota adeemsa filannoo dorgommiitiin gosoota hojii armaan gadii irratti qacaruuf barbaaduu
ማስታወቂያውን በTelegram ይክፈቱ
ምንጩ መጨረሻ የታየበት ቀን · 2026-11-25
ሥራ ለማግኘት ገንዘብ አይክፈሉ።
አዳማ
💫 Koket Bakery: Hojjettoota adeemsa filannoo dorgommiitiin gosoota hojii armaan gadii irratti qacaruuf barbaaduu:
🕔 Guyyaa xummura: 21-03-2019
📍 Teessoo: Naannoo Kebele 03
📱 0913231686
1) Daabboo tolchuu
🚻 Saala: Dhiira
🔢 Baay’ina: 2
🥇 Muuxannoo: kan qabdu
# Daabboo idilee, daabboo mi'aawaa, kukii, doonaatii, fi keekii goggogaa (biskutii/paastaa) dabalatee meeshaalee adda addaa daakuun danda'uu qaba.
2) Gurguraa
🚻 Saala: Dubara
🔢 Baay’ina: 2
🥇 Muuxannoo: kan qabdu
የተለጠፈው
ከይፋዊ የቴሌግራም ቻናል · ባለቤቱ አልለጠፈውም · ፒኑ አካባቢውን ብቻ ያሳያል · የእርስዎ ነው? ይረከቡት · እገዛ
አዳዲስ ማስታወቂያዎችን በቴሌግራም ይከተሉ →በካርታው ላይ የት እንዳለሠራተኛ ይፈልጋሉ? ሥራ በነጻ ይለጥፉ