π§° Ogumma: Taphachisa puuli fi Cashier
π Maqaa Dhaabbataa: Game Zone
π Guyyaa xummura: 12/03/2019
π Bakka: Boolee
π» Saala: Dubara
π’ Baay'ina: 2
π₯ Muuxannoo: kan qabdu
π± 0998131419 / 0918198949 i
π° Mindaa: 7,000 + 50 geejjibaaf
# Guyyaa 2 keessatti hojii eegaluu danda'uu qaba.
# Sa'aatii hojii: ganama sa'aati 2:30 hanga galgala sa'aati 2:00
# Torbanitti guyyaa 1 boqonnaa.
# Wabii kennuu danda'uu qaba.
# Iddoo hojii qaamaan daawwachuun dirqama.
Loading the original postβ¦
From a public Telegram channel Β· not posted by the owner Β· Pin shows the area only Β· Yours? Claim it Β· Help