Ogumma: Taphachisa puuli fi Cashier
ዋናውን የሥራ ማስታወቂያ ይክፈቱ
ሥራ ለማግኘት ገንዘብ አይክፈሉ።
አዳማ
🧰 Ogumma: Taphachisa puuli fi Cashier
🏭 Maqaa Dhaabbataa: Game Zone
🕔 Guyyaa xummura: 12/03/2019
📍 Bakka: Boolee
🚻 Saala: Dubara
🔢 Baay'ina: 2
🥇 Muuxannoo: kan qabdu
📱 0998131419 / 0918198949 i
💰 Mindaa: 7,000 + 50 geejjibaaf
# Guyyaa 2 keessatti hojii eegaluu danda'uu qaba.
# Sa'aatii hojii: ganama sa'aati 2:30 hanga galgala sa'aati 2:00
# Torbanitti guyyaa 1 boqonnaa.
# Wabii kennuu danda'uu qaba.
# Iddoo hojii qaamaan daawwachuun dirqama.
የተለጠፈው · ✓ በዋናው ምንጭ አሁንም አለ (በየቀኑ ይፈተሻል)
ከይፋዊ የቴሌግራም ቻናል · ባለቤቱ አልለጠፈውም · ፒኑ አካባቢውን ብቻ ያሳያል · የእርስዎ ነው? ይረከቡት · እገዛ
አዳዲስ ማስታወቂያዎችን በቴሌግራም ይከተሉ →በካርታው ላይ የት እንዳለሠራተኛ ይፈልጋሉ? ሥራ በነጻ ይለጥፉ