Guyyaa xummura: 29-03-2019
Source last seen · 2026-11-28
Never pay to get a job.
More like this nearby
💫 Hoteela Hundaol Lakk.1Gosoota hojii armaan gaditti tarreeffamaniif adeemsa filannoo dorgommiitiin hojjettoota qacaruuf barbaaduu. 🕔 Guyyaa xummura: 29-03-2019 📍 Teessoo: Mojoo, naannoo Deeboraa 📱 0912225380 / 0983830460 # Iyyattoonni galmaa'uuf qaamaan dhiyaachuu qabu. 1) Suppervaayizara Mana Dhugaatii fi Mana Nyaataa 🚻 Saala: Dhiira 🔢 Baay’ina: 3 🥇 Muuxannoo: Waggaa 2 2) Suppervaayizara Keessummeessitootaa/Tajaajila 🚻 Saala: lamaanu 🔢 Baay’ina: 3 🥇 Muuxannoo: Waggaa 1 3) Eegduu Nageenyaa 🚻 Saala: Dhiira 🔢 Baay’ina: 2 🥇 Muuxannoo: Waggaa 2 4) Hojjetoota Keessummeessitootaa/Tajaajila (Server/Waitstaff) . 🚻 Saala: Dubara 🔢 Baay’ina: 6 🥇 Muuxannoo: Waggaa 1
The original post with its photos, from Telegram
Posted · ✓ Still up at the source (checked daily)
From a public Telegram channel · not posted by the owner · Pin shows the area only · Yours? Claim it · Help
Jobs · Real estate · Cars · Electronics · Furniture · Services