Guyyaa xummura: 25-03-2019
ምንጩ መጨረሻ የታየበት ቀን · 2026-11-24
ሥራ ለማግኘት ገንዘብ አይክፈሉ።
በአቅራቢያ ያሉ ተመሳሳይ
💫 Giddugala Eegumsa Guyyaa: Hojjettoota adeemsa filannoo dorgommiitiin gosoota hojii armaan gadii irratti qacaruuf barbaaduu: 🕔 Guyyaa xummura: 25-03-2019 📍 Teessoo: Naannoo Mana Barumsaa Boolee Nafyaad fi Paarkii Diyaaspooraa 📱 0969689192 1) Kunuunsituu Daa'immanii (Nanny) . 🚻 Saala: Dubara 🔢 Baay'ina: 5 🥇 Muuxannoo: kan qabdu # Sadarkaa Barnootaa: Kutaa 12 fi isaa ol. 2) Kunuunsituu Daa’immanii sadarkaa jalqabaa (Nanny) . 🚻 Saala: Dubara 🔢 Baay'ina: 5 🥇 Muuxannoo: Waggaa 0 (Muuxannoo hin barbaachisu) # Sadarkaa Barnootaa: Kutaa 10 ol. 3) Qulqulleessituu 🚻 Saala: Dubara 🔢 Baay'ina: 5 🥇 Muuxannoo: kan qabdu # Sadarkaa Barnootaa: Kutaa 8 fi isaa ol.
ዋናው ማስታወቂያና ፎቶዎቹ፣ ከቴሌግራም
የተለጠፈው
ከይፋዊ የቴሌግራም ቻናል · ባለቤቱ አልለጠፈውም · ፒኑ አካባቢውን ብቻ ያሳያል · የእርስዎ ነው? ይረከቡት · እገዛ
ሥራ · ሪል እስቴት · መኪና · ኤሌክትሮኒክስ · የቤት እቃ · አገልግሎት