π« Etaf Bakery and Coffee gosoota hojii armaan gadii irratti adeemsa filannoo dorgommiitiin hojjettoota qacaruuf barbaada:
π Guyyaa xummura: 23-03-2019
π Teessoo: Faallaa 04 Kebele
π± 0928405201 / 0999030405 / 0920360812
1) Gurguraa
π» Saala: Dubara
π’ Baay'ina: 1
π₯ Muuxannoo: kan qabdu
# Sa'aatii Hojii: Shiftaan kan hundaa'e.
2) Qulqulleessituu
π» Saala: Dubara
π’ Baay'ina: 1
π₯ Muuxannoo: kan qabdu
3) Kaashiyeerii
π» Saala: lamaanu
π’ Baay'ina: 1
π₯ Muuxannoo: kan qabu
# Sa'aatii Hojii: Shiftaan kan hundaa'e.
The original post with its photos, from Telegram
From a public Telegram channel Β· not posted by the owner Β· Pin shows the area only Β· Yours? Claim it Β· Help