Guyyaa xummura: 26-03-2019
ምንጩ መጨረሻ የታየበት ቀን · 2026-11-28
ሥራ ለማግኘት ገንዘብ አይክፈሉ።
በአቅራቢያ ያሉ ተመሳሳይ
💫 Hoteela Korrenti: Gosoota hojii armaan gaditti tarreeffamaniif adeemsa filannoo dorgommiitiin hojjettoota qacaruuf barbaaduu. 🕔 Guyyaa xummura: 26-03-2019 📍 Teessoo: Daandii Tikur Abaay, Waajjira Poolisii Shewa Bahaa olitti. 📱 0911386225 / 0921604307 / 0933342518 # Iyyattoonni yeroo galmaa'uuf dhufan ragaa barnootaa fi ragaa muuxannoo hojii isaanii fiduu qabu. 1) Eegduu Nageenyaa 🚻 Saala: Dhiira 🔢 Baay’ina: 2 🥇 Muuxannoo: Waggaa 1–2 # Sadarkaa Barnootaa: Dubbisuu fi barreessuu danda'uu qaba. 2) Simannaa 🚻 Saala: Dubara 🔢 Baay’ina: 1 🥇 Muuxannoo: kan qabdu # Wabii mijaawaa kennuu danda'uu qaba. 3) Hojjettuu nyaataa (Server) . 🚻 Saala: Dubara 🔢 Baay’ina: 1 🥇 Muuxannoo: Barbaachisa # Sadarkaa Barnootaa: Yoo xiqqaate kutaa 8ffaa xumuruu qaba. 4) Barman 🚻 Saala: Dhiira 🔢 Baay'ina :1 🥇 Muuxannoo: Waggaa 1 # Sadarkaa Barnootaa: Kutaa 10 ol
ዋናው ማስታወቂያና ፎቶዎቹ፣ ከቴሌግራም
የተለጠፈው · ✓ በዋናው ምንጭ አሁንም አለ (በየቀኑ ይፈተሻል)
ከይፋዊ የቴሌግራም ቻናል · ባለቤቱ አልለጠፈውም · ፒኑ አካባቢውን ብቻ ያሳያል · የእርስዎ ነው? ይረከቡት · እገዛ
ሥራ · ሪል እስቴት · መኪና · ኤሌክትሮኒክስ · የቤት እቃ · አገልግሎት