Ogummaa: Barsiisaa Saayinsii
Never pay to get a job.
🧰 Ogummaa: Barsiisaa Saayinsii 🏭 Maqaa Dhaabbataa: Faawundeeshinii Sanyii Afrikaa 🕔 Guyyaa xummura: 11/03/2019 📍 Teessoo: Gamoo 'Musenaa' (Farra Malaammaltummaa) duuba, naannoo karra guddicha Yuunivarsiitii Adaamaa 🚻 Saala: Lamaanuu 🔢 Baay’ina፡ 2 🥇 Muuxannoo: Waggaa 0–2 📱 agumas@seedsofafrica.org # Ulaagaa Barnootaa: Digirii BA/B.Ed ykn dippiloomaa damee Baayoloojii. # Iyyattoonni waajjira keenya qaamaan daawwachuudhaan—kan gamoo 'Musena' (Farra Malaammaltummaa) duuba jiru, Yuunivarsiitii Adaamaa faallaatti argamu—ykn iyyata teessoo email armaan gadii: agumas@seedsofafrica.org irratti erguun iyyachuu ni danda'u
Loading the original post…
Posted · ✓ Still up at the source (checked daily)
From a public Telegram channel · not posted by the owner · Pin shows the area only · Yours? Claim it · Help
Jobs · Real estate · Cars · Electronics · Furniture · Services