π§° Ogummaa: Gurgurtaa
π Maqaa Dhaabbataa: Gurgurtaa fi Raabsa Kaameeraa Nageenyaa Deestaa
π Guyyaa xummura: 28-03-2019
π Teessoo: Mebrat Hayil, Minch Gebeya, Daree 1ffaa, Waajjira Lakk.12B
π» Saala: Dubara
π’ Baay'ina : 1
π₯ Muuxannoo: Waggaa 1
# Seenaa Barnootaa: IT, Herrega, ykn Marketing.
# Muuxannoo miidiyaa hawaasaa fayyadamuu.
# Dubbisuu fi barreessuu kompiitaraa.
# Afaan Ingilizii irratti dandeettii kan qabu.
The original post with its photos, from Telegram
From a public Telegram channel Β· not posted by the owner Β· Pin shows the area only Β· Yours? Claim it Β· Help