Guyyaa xummura: 13/03/2019
ሥራ ለማግኘት ገንዘብ አይክፈሉ።
አዳማ
💫Abebe Urge General Business: gosoota hojii armaan gadii irratti adeemsa filannoo dorgommiitiin hojjettoota qacaruuf barbaada: 🕔Guyyaa xummura: 13/03/2019 📍Teessoo: Adama, Abee Mall Seensa 17, naannoo gabaa kuduraa (Aktilt Tera) 📱nolaabebe5@gmail.com 1) Itti gaafatamaa Olaanaa Faayinaansii fi Bulchiinsa 🚻Koorniyaa: Dhiira 🔢Baay’ina : 3 🥇Muuxannoo: Waggaa 5 # Ulaagaa Barnootaa: Digirii ykn Dippiloomaa. 2) Ofisara Faayinaansii Xiqqaa 🚻Sala: lamaanu 🔢Baay’ina: 1 🥇Muuxannoo: Muuxannoo barbaachisaa qabaachuu qaba # Ulaagaa Barnootaa: Dippiloomaa.
ዋናው ማስታወቂያ እየተጫነ ነው…
የተለጠፈው
ከይፋዊ የቴሌግራም ቻናል · ባለቤቱ አልለጠፈውም · ፒኑ አካባቢውን ብቻ ያሳያል · የእርስዎ ነው? ይረከቡት · እገዛ
ሥራ · ሪል እስቴት · መኪና · ኤሌክትሮኒክስ · የቤት እቃ · አገልግሎት