💫 Manni nyaataa Hirut: Gosoota hojii armaan gaditti tarreeffamaniif adeemsa filannoo dorgommiitiin hojjettoota qacaruuf barbaada.
🕔 Guyyaa xummura: 22-03-2019
📍 Teessoo: Mebrat Hayil, naannoo mooraa Tele
📱 0962039243
1) Ogeessi nyaataa
🚻 Saala: Dhiira
🔢 Baay’ina: 2
🥇 Muuxannoo: kan qabu
2) Buna Sarvarii (Buna Tolchuu) .
🚻 Saala: dubara
🔢 Baay'ina: 1
🥇 Muuxannoo: kan qabdu
The original post with its photos, from Telegram
From a public Telegram channel · not posted by the owner · Pin shows the area only · Yours? Claim it · Help