Ogummaa: Gulaalaa Viidiyoo
Never pay to get a job.
π§° Ogummaa: Gulaalaa Viidiyoo π Dhaabbata: Maamila Dhuunfaa π Guyyaa xummura: 08/03/2019 π Bakka: Adama (Fageenyaa β Manarraa hojjachuu) π» Saala: lamaanu π’ Baay'ina : 1 π₯ Muuxannoo: Barbaachisa π± @Setawitk jedhamti π° Mindaa: 4,000 # Hojii: Ji'atti viidiyoo TikTok 35. # PC ykn bilbila ismaartii qulqullina olaanaa qabu qabaachuu qaba. # TikTok video editing irratti gahumsa qabaachuu qaba. # Sadarkaa halluu, sirreessuu halluu, ce'umsa, fi bu'aa irratti ogummaa qabaachuu qaba. # Viidiyoo tokko irratti fooyya'iinsi hanga 2 ni hayyamama.
Loading the original postβ¦
Posted
From a public Telegram channel Β· not posted by the owner Β· Pin shows the area only Β· Yours? Claim it Β· Help
Jobs Β· Real estate Β· Cars Β· Electronics Β· Furniture Β· Services