💫 Manni nyaataa Mafi Hojjettoota gitoota hojii armaan gadii qacaruuf barbaada:
🕔 Guyyaa xummura: 10-03-2019
📍 Teessoo: Mana Nyaataa Maafii, Daree 2ffaa, Gamoo H&H (Hospitaala Aklisia cinatti, naannoo Waajjira Poostaa)
📱 0945184545 / 0912223868
1) kessummessa
🚻 Saala: lamaanu
🔢 Baay’ina: 6
🥇 Muuxannoo: Waggaa 0
2) Qulqulleessituu
🚻 Saala: Dubara
🔢 Baay’ina: 4
🥇 Muuxannoo: Barbaachisa
3) Kaashiyeerii
🚻 Saala: Dubara
🔢 Baay’ina: 4
🥇 Muuxannoo: Barbaachisa
# Sadarkaa Barnootaa: Digirii/Dippiloomaa
Loading the original post…
From a public Telegram channel · not posted by the owner · Pin shows the area only · Yours? Claim it · Help