አማርኛ

Manni nyaataa Mafi Hojjettoota gitoota hojii armaan gadii qacaruuf barbaada

Read the full vacancy

Never pay to get a job.

Adama

💫 Manni nyaataa Mafi Hojjettoota gitoota hojii armaan gadii qacaruuf barbaada: 🕔 Guyyaa xummura: 10-03-2019 📍 Teessoo: Mana Nyaataa Maafii, Daree 2ffaa, Gamoo H&H (Hospitaala Aklisia cinatti, naannoo Waajjira Poostaa) 📱 0945184545 / 0912223868 1) kessummessa 🚻 Saala: lamaanu 🔢 Baay’ina: 6 🥇 Muuxannoo: Waggaa 0 2) Qulqulleessituu 🚻 Saala: Dubara 🔢 Baay’ina: 4 🥇 Muuxannoo: Barbaachisa 3) Kaashiyeerii 🚻 Saala: Dubara 🔢 Baay’ina: 4 🥇 Muuxannoo: Barbaachisa # Sadarkaa Barnootaa: Digirii/Dippiloomaa

Loading the original post…

Posted · ✓ Still up at the source (checked daily)

From a public Telegram channel · not posted by the owner · Pin shows the area only · Yours? Claim it · Help

Follow new listings on Telegram →Where it is on the map

Hiring? Post a job free

Jobs · Real estate · Cars · Electronics · Furniture · Services