Guyyaa xummura: 05/03/2019
Never pay to get a job.
💫 Sulxaan fi Industirii Maatii PLC gosoota hojii armaan gaditti tarreeffamaniif adeemsa filannoo dorgommiitiin hojjettoota qacaruuf fedhii qaba. 🕔 Guyyaa xummura: 05/03/2019 📍 Teessoo: Adaamaa, Migra Kebele, Faallaa Mana Barumsaa Migra. 📱 0980833337 / sultanaandfamily.plc@gmail.com 1) Gargaaraa Opereetara Maashinii 🚻 Saala: Dhiira 🔢 Baay’ina Barbaachisu: 10 🥇 Muuxannoo: Muuxannoo qabaachuu qaba. # Gahumsa Barnootaa: Kolleejjii beekamtii qabu ykn dhaabbata Barnoota fi Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa (TVET) irraa Makaaniksii Waliigalaa ykn Elektirikii Industiriitiin gahumsa (sadarkaa 10+3) qabaachuu qaba. 2) Gargaaraa Omishaa 🚻 Saala: Dhiira 🔢 Baay’ina Barbaachisu: 15 🥇 Muuxannoo: Muuxannoo qabaachuu qaba. # Ulaagaa Barnootaa: Kutaa 10 ykn kutaa 12 kan xumure. # Bakka Galmee: Bakka PLC Industirii Sulxaanaa fi Maatii. # Guyyaa Qormaataa: Bilbilaan ni beeksifama.
Loading the original post…
Posted · ✓ Still up at the source (checked daily)
From a public Telegram channel · not posted by the owner · Pin shows the area only · Yours? Claim it · Help
Jobs · Real estate · Cars · Electronics · Furniture · Services