Guyyaa xummura: 20-03-2019
ምንጩ መጨረሻ የታየበት ቀን · 2026-11-25
ሥራ ለማግኘት ገንዘብ አይክፈሉ።
በአቅራቢያ ያሉ ተመሳሳይ
💫 Manni Barumsaa Solomon Academy gosoota hojii armaan gadii irratti adeemsa filannoo dorgommiitiin hojjettoota qacaruuf barbaada: 🕔 Guyyaa xummura: 20-03-2019 📍 Teessoo: Addabaabayii Alii Biraa, Ganda Haaraa 07 (Addisuu 07 Mender) 📱 0911492137 (Yeroo hojii qofa bilbilaa.) 1. Daa’immanii kunuunsaa 🚻 Saala: Dubara 🥇 Muuxannoo: kan qabdu 🔢 Baay'ina: 5 # Sadarkaa Barnootaa: Kutaa 10ffaa xumureera # Dandeettii Barbaachisu: Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa beekuu qaba. 2. Qulqulleessituu 🚻 Saala: Dubara 🥇 Muuxannoo: kan qabdu 🔢 Baay'ina: 5 # Sadarkaa Barnootaa: Kutaa 10ffaa xumureera 3. Gargaaraa Barsiisaa 🚻 Saala: Dubara 🥇 Muuxannoo: kan qabdu 🔢 Baay’ina: 6 # Sadarkaa Barnootaa: Kutaa 12 fi isaa ol. # Gitoota Oromoo-giddu-galeessa fi Amaaraa-giddu-galeessa ta'aniif.
ዋናው ማስታወቂያና ፎቶዎቹ፣ ከቴሌግራም
የተለጠፈው
ከይፋዊ የቴሌግራም ቻናል · ባለቤቱ አልለጠፈውም · ፒኑ አካባቢውን ብቻ ያሳያል · የእርስዎ ነው? ይረከቡት · እገዛ
ሥራ · ሪል እስቴት · መኪና · ኤሌክትሮኒክስ · የቤት እቃ · አገልግሎት