አማርኛ

Ogummaa: Simannaa

View the vacancy on Telegram

Source last seen · 2026-11-25

Never pay to get a job.

Adama

More like this nearby

🧰 Ogummaa: Simannaa 🏭 Maqaa Dhaabbataa: Tiger Gym 🕔 Guyyaa xummura: 19-03-2019 📍 Teessoo: 04 Kondominiyeemii, lafa jalaa (damee Baankii Abisiiniyaa jala) 🚻 Saala: Dubara 🔢 Baay'ina: 1 🥇 Muuxannoo: kan qabdu 💰 Mindaa: 4,000 📱 0927227797 # Yeroo boqonnaa: Guyyaa 10tti al tokko / ji'atti yeroo 3. # Sa’aatii Hojii: Shiftaan ganama sa’aatii 12:00 – 5:00; sa’aatii 5:00 – 9:00 irraa boqonnaa; xumura shiftaan sa'aatii 2:00 irratti. # Guyyaa boqonnaa: sanbata gudda. # Sadarkaa Barnootaa: Dubbisuu fi barreessuu danda'uu qaba. # Wabii kennuu danda'uu qaba. # Namoota naannoo sana jiraataniif dursi ni kennama.

The original post with its photos, from Telegram

Posted

From a public Telegram channel · not posted by the owner · Pin shows the area only · Yours? Claim it · Help

Follow new listings on Telegram →Where it is on the map

Hiring? Post a job free

Jobs · Real estate · Cars · Electronics · Furniture · Services