Dhaabbanni keenya hojii banaa armaan gadii kanaaf adeemsa filannoo dorgommiitiin hojjettoota qacaruuf fedhii qaba
ማስታወቂያውን በTelegram ይክፈቱ
ምንጩ መጨረሻ የታየበት ቀን · 2026-11-24
ሥራ ለማግኘት ገንዘብ አይክፈሉ።
አዳማ
💫 Dhaabbanni keenya hojii banaa armaan gadii kanaaf adeemsa filannoo dorgommiitiin hojjettoota qacaruuf fedhii qaba:
🕔 Guyyaa xummura: 18-03-2019
📍 Teessoo: Faallaa Kolleejjii ASTU ykn naannoo Endo Lounge
📱 0945598196 / 0956563064
1) Buna dhaabu
🚻 Saala: Dubara
🔢 Baay'ina : 1
🥇 Muuxannoo: kan qabdu
2) Qopheessaa Nyaata Saffisaa
🚻 Saala: Dhiira
🔢 Baay'ina: 1
🥇 Muuxannoo: kan qabu
# Sambusaa, *irtib* (sandwiches/wraps), fi chips (fries) qopheessuu danda'uu qaba.
# Sa'aatii Hojii: Ganama sa'aatii 9:00 hanga galgala sa'aatii 3:00
# Naannoo naannoo sanaa jiraachuu qaba.
የተለጠፈው
ከይፋዊ የቴሌግራም ቻናል · ባለቤቱ አልለጠፈውም · ፒኑ አካባቢውን ብቻ ያሳያል · የእርስዎ ነው? ይረከቡት · እገዛ
አዳዲስ ማስታወቂያዎችን በቴሌግራም ይከተሉ →በካርታው ላይ የት እንዳለሠራተኛ ይፈልጋሉ? ሥራ በነጻ ይለጥፉ