English

Guyyaa xummura: 15-03-2019

ዋናውን የሥራ ማስታወቂያ ይክፈቱ

ሥራ ለማግኘት ገንዘብ አይክፈሉ።

አዳማ

💫 Akkaadaamii Urjii: Adeemsa filannoo dorgommiitiin gosoota hojii armaan gaditti tarreeffamaniif barsiisota qacaruuf barbaada. 🕔 Guyyaa xummura: 15-03-2019 📍 Teessoo: Gende Hara, Akkaadaamii Urjii 📱 0911843217 / 0922504400 1. Gargaaraa Barsiisaa Afaan Amaaraa (Mana Barumsaa Sadarkaa Tokkoffaa) . 🚻 Saala: Dubara 🔢 Baay'ina : 5 🥇 Muuxannoo: Waggaa 1 # Ulaagaa Barnootaa: Kutaa 10ffaa ykn kutaa 12ffaa kan xumure. 2. Barsiisaa Saayinsii Naannoo (Afaan Oromoo) fi Afan Oromo (Mana Barumsaa Sadarkaa Tokkoffaa) . 🚻 Saala: Dubara 🔢 Baay’ina: 2 🥇 Muuxannoo: Waggaa 1 # Ulaagaa Barnootaa: Dippiloomaa fi isaa ol. 3. Barsiisaa Afaan Ingilizii (Afan Oromo gahumsa qabaachuu qaba) fi Barnoota Fayyaa fi Qaama (Afaan Amaaraa) (Mana Barumsaa Sadarkaa Tokkoffaa) . 🚻 Saala: lamaanu 🔢 Baay'ina : 3 🥇 Muuxannoo: Waggaa 2 # Ulaagaa Barnootaa: Dippiloomaa fi isaa ol.

ዋናው ማስታወቂያ እየተጫነ ነው…

የተለጠፈው

ከይፋዊ የቴሌግራም ቻናል · ባለቤቱ አልለጠፈውም · ፒኑ አካባቢውን ብቻ ያሳያል · የእርስዎ ነው? ይረከቡት · እገዛ

አዳዲስ ማስታወቂያዎችን በቴሌግራም ይከተሉ →በካርታው ላይ የት እንዳለ

ሠራተኛ ይፈልጋሉ? ሥራ በነጻ ይለጥፉ

ሥራ · ሪል እስቴት · መኪና · ኤሌክትሮኒክስ · የቤት እቃ · አገልግሎት