αŠ αˆ›αˆ­αŠ›

Guyyaa xummura: 22-03-2019

View the vacancy on Telegram

Source last seen Β· 2026-11-24

Never pay to get a job.

Adama

More like this nearby

πŸ’« Hoteelli GGT International Hoteelli Gosoota hojii armaan gadii irratti adeemsa filannoo dorgommiitiin hojjettoota qacaruuf barbaada: πŸ•” Guyyaa xummura: 22-03-2019 πŸ“ Teessoo: Sinimaa Oliiyaad cinaa, Hoteela Fenet faallaa πŸ“± 0908444455 / 0905307040 1) Konkolaachisaa 🚻 Saala: Dhiira πŸ”’ Baay'ina: 3 πŸ₯‡ Muuxannoo: Waggaa 1 # Ulaagaa: Hayyama konkolaachisummaa "Public 1" (Public Transport Level 1) seera qabeessa ta'e qabaachuu qaba. 2) Meeshaa mi'a nyaataa dhiquu 🚻 Saala: Dubara πŸ”’ Baay'ina: 2 πŸ₯‡ Muuxannoo: Waggaa 1 # Ulaagaa: Yoo xiqqaate kutaa 8ffaa kan xumure. 3) Head Cook / Chef 🚻 Saala: Lamaanu πŸ”’ Baay'ina: 3 πŸ₯‡ Muuxannoo: Waggaa 2 # Ulaagaa: Mirkaneessa sadarkaa 1ffaa fi isaa ol kan qabu qophii nyaataa/aartii nyaataa. 4) Tajaajila Biqiltuu & Tajaajila Waliigalaa 🚻 Saala: Dhiira πŸ”’ Baay'ina: 2 πŸ₯‡ Muuxannoo: Waggaa 1 # Ulaagaa: Yoo xiqqaate kutaa 10ffaa kan xumure.

The original post with its photos, from Telegram

Posted

From a public Telegram channel Β· not posted by the owner Β· Pin shows the area only Β· Yours? Claim it Β· Help

Follow new listings on Telegram β†’Where it is on the map

Hiring? Post a job free

Jobs Β· Real estate Β· Cars Β· Electronics Β· Furniture Β· Services