💫 Avika Cafe: Gosoota hojii armaan gaditti tarreeffamaniif adeemsa filannoo dorgommiitiin hojjettoota qacaruuf barbaaduu:
🕔 Guyyaa xummura: 07-03-2019
📍 Teessoo: 04, Gamoo Dr. Tegenee lafa jalaa
📱 0911525036 / 0910243232
1) Gargaaraa Chef
🚻 Saala: Dubara
🔢 Baay’ina: 1
🥇 Muuxannoo: kan qabdu
2) Meeshaa mi'a nyaataa dhiquu
🚻 Saala: Dubara
🔢 Baay’ina: 1
🥇 Muuxannoo: kan qabdu
Loading the original post…
From a public Telegram channel · not posted by the owner · Pin shows the area only · Yours? Claim it · Help