αŠ αˆ›αˆ­αŠ›

Hospitaalli Waliigalaa Muusee hojjettoota damee armaan gadiitiin qacaruuf barbaada

Read the full vacancy

Never pay to get a job.

Adama

πŸ’« Hospitaalli Waliigalaa Muusee hojjettoota damee armaan gadiitiin qacaruuf barbaada: πŸ•” Guyyaa xummura: 12-03-2019 πŸ“ Teessoo: Adaamaa, Magaalaa Xiqqaa Boolee, Dedecha Arara, Kebele 04, Hospitaala Waliigalaa Muusee, Daree 6ffaa πŸ“± 0913117567 # Iyyattoonni qaamaan kutaa Bulchiinsaa fi Humna Namaa hospitaalichaa (kutaa 603)tti dhiyaatanii galmaa’uu, kooppii ragaa isaanii fidanii akka qabaatan gorfama. 1) Teeknooloojii / Teeknishaan Laaboraatoorii 🚻 Saala: Lamaanuu πŸ”’ Baay'ina: 2 πŸ₯‡ Muuxannoo: Barbaachisa # Ulaagaa Barnootaa: Digirii, Dippiloomaa, ykn Sadarkaa 4ffaa. 2) Deessiftuu 🚻 Saala: Lamaanuu πŸ”’ Baay'ina: 2 πŸ₯‡ Muuxannoo: Barbaachisa # Ulaagaa Barnootaa: Digirii, Dippiloomaa, ykn Sadarkaa 4ffaa.

Loading the original post…

Posted Β· βœ“ Still up at the source (checked daily)

From a public Telegram channel Β· not posted by the owner Β· Pin shows the area only Β· Yours? Claim it Β· Help

Follow new listings on Telegram β†’Where it is on the map

Hiring? Post a job free

Jobs Β· Real estate Β· Cars Β· Electronics Β· Furniture Β· Services