π« Hospitaalli Waliigalaa Muusee hojjettoota damee armaan gadiitiin qacaruuf barbaada:
π Guyyaa xummura: 12-03-2019
π Teessoo: Adaamaa, Magaalaa Xiqqaa Boolee, Dedecha Arara, Kebele 04, Hospitaala Waliigalaa Muusee, Daree 6ffaa
π± 0913117567
# Iyyattoonni qaamaan kutaa Bulchiinsaa fi Humna Namaa hospitaalichaa (kutaa 603)tti dhiyaatanii galmaaβuu, kooppii ragaa isaanii fidanii akka qabaatan gorfama.
1) Teeknooloojii / Teeknishaan Laaboraatoorii
π» Saala: Lamaanuu
π’ Baay'ina: 2
π₯ Muuxannoo: Barbaachisa
# Ulaagaa Barnootaa: Digirii, Dippiloomaa, ykn Sadarkaa 4ffaa.
2) Deessiftuu
π» Saala: Lamaanuu
π’ Baay'ina: 2
π₯ Muuxannoo: Barbaachisa
# Ulaagaa Barnootaa: Digirii, Dippiloomaa, ykn Sadarkaa 4ffaa.
Loading the original postβ¦
From a public Telegram channel Β· not posted by the owner Β· Pin shows the area only Β· Yours? Claim it Β· Help