English

Ogummaa: Barsiistuu Afaan Oromoo

ዋናውን የሥራ ማስታወቂያ ይክፈቱ

ሥራ ለማግኘት ገንዘብ አይክፈሉ።

አዳማ

🧰 Ogummaa: Barsiistuu Afaan Oromoo 🏭 Maqaa Dhaabbataa: Mana Barumsaa Misrak Tsehay 🕔 Guyyaa xummura: 04-03-2019 📍 Teessoo: Aanaa Hangatuu, naannoo Keelaa 🚻 Saala: Dubara 🔢 Baay’ina Barbaachisu: 1 🥇 Muuxannoo: Waggaa 2 📲 0911011194 # Ulaagaa Barnootaa: Dippiloomaa/Digirii; damee barnoota afaaniitiin eebbifame ta’uu qaba. # Guyyaan qormaataa karaa bilbilaan ni beeksifama. # Dorgomtoonni fedhii qabdan xalayaa iyyannoo isaanii ragaa barnoota isaanii orijinaala fi kooppii tokko kan hin deebine waliin dhiyeessuun qaamaan galmaa’uu ni danda’u.

ዋናው ማስታወቂያ እየተጫነ ነው…

የተለጠፈው

ከይፋዊ የቴሌግራም ቻናል · ባለቤቱ አልለጠፈውም · ፒኑ አካባቢውን ብቻ ያሳያል · የእርስዎ ነው? ይረከቡት · እገዛ

አዳዲስ ማስታወቂያዎችን በቴሌግራም ይከተሉ →በካርታው ላይ የት እንዳለ

ሠራተኛ ይፈልጋሉ? ሥራ በነጻ ይለጥፉ

ሥራ · ሪል እስቴት · መኪና · ኤሌክትሮኒክስ · የቤት እቃ · አገልግሎት