π« Hoteela AHY: Hojjettoota adeemsa filannoo dorgommiitiin gosoota hojii armaan gadii irratti qacaruuf barbaaduu:
π Guyyaa xummura: 10/03/2019 E.C.
π Teessoo: Adaamaa, naannoo Warkaa, naannoo mana foon qalaa Kidane Mihret
π± 0980206065 / 0222121888
1) Mataa Nyaataa
π» Saala: Lamaanuu
π’ Baay'ina: 1
π₯ Muuxannoo: Waggaa 1
# Duubbee Barnootaa: Damee Hoteelaa fi Tuurizimii irratti leenji'e.
2) Waiter & Waitress (Nyaataa fi Dhugaatii) .
π» Saala: Lamaanuu
π’ Baay'ina: 3
π₯ Muuxannoo: Waggaa 1
# Duubbee Barnootaa: Leenjiin tajaajila maamilaa hoteelaa filatamaadha.
3) Tajaajila Waliigalaa
π» Saala: Dhiira
π’ Baay'ina: 1
π₯ Muuxannoo: kan qabu
4) Mana qulqulleessuu
π» Saala: Dubara
π’ Baay'ina: 1
π₯ Muuxannoo: kan qabdu
# Iyyattoonni ragaa isaanii qaamaan kutaa Humna Namaa hoteelichaaf dhiyeessuun iyyachuutu irraa eegama.
Loading the original postβ¦
From a public Telegram channel Β· not posted by the owner Β· Pin shows the area only Β· Yours? Claim it Β· Help